1 Ergaa Phexiros 3:5 - WAADAA LAMMATAA5 Dubartoonni woyyuun durii worri Rabbiin abdatan sun akkasuma abbaa manaa isaaniitii ajajamu'uun waan badhaafamaniiraniif. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Yeroo duraanii abddii isaanii Waaqa irratti ka gatan, dubarttoonni Qulqulluu ta'an ka bareedan bifa kanaan ture, abbootii worraa isaaniitiif'llee ni ajajaman turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Dubartoonni woyyuun durii worri Rabbiin abdatan sun akkasuma abbaa manaa isaaniitii ajajamu'uun waan badhaafamaniiraniif. Gade chapit la |
Du'oota keessaa ka'uu Yesuus Kiristoosiitiin abdii jiraata'aa fi hin baanne ka ristii hin darbine xurii hin qabneef akka guddinna dhiifamsa isaatiin Rabbi lammaffaa nu uumate Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu. Ristiin kunillee isin worra bara dhumaa worra fayyinna hunna amantaa Rabbii eeggattaniif samii isinii taa'a.