1 Ergaa Phexiros 3:16 - WAADAA LAMMATAA16 Jireenna keessan mishaa isin Yesuus Kiristoosiin keessaan qabdan akka waan isin waan hamaa gootaniititti namoonni isin hamatan akka saalfatan, isin yaada mishaa qabaadhaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Deebiin keessan garuu gara laafnnaa fi kabaja'aan haa ta'u, ka Kristosii ta'uu keessaniin amala mishaa qabddan irratti hamaa namoonni dubbatan, haasaya hamaa isaaniitiin akka saalifataniif sammuu mishaa qabaadhaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Jireenna keessan mishaa isin Yesuus Kiristoosiin keessaan qabdan akka waan isin waan hamaa gootaniititti namoonni isin hamatan akka saalfatan isin yaada mishaa qabaadhaa'a. Gade chapit la |