1 Ergaa Phexiros 2:6 - WAADAA LAMMATAA6 Kitaaba keessatti dhagaa handhuura ijaarsaa filatama'aa fi ka gatii guddaa qabu Tsiyooniin keessa dhaaba. Namni isatti amanu tokkollee hin saalfatu jedhamee barreeffameera. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Kitaaba Qulqulluu keessatti, «Kunoo! Ka filatamee fi kabajamaa ka ta'e, dhagaa cabissataa Xiyooniin ni kaaya, ka isatti amanu'llee hin saalifatu» dubbiin jedhu barreeffamee arigama. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Kitaaba keessatti, «dhagaa bu'uura ijaarsaa filatama'aa fi ka gatii guddaa qabu Tsiyooniin keessa dhaaba. Namni isatti amanu tokkollee hin saalfatu» jedhamee barreeffameera. Gade chapit la |