Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Phexiros 2:2 - WAADAA LAMMATAA

2-3 Gooftaan arjaa ta'uu isaa mi'eeffattanii yoo jiraattan akka gara fayyinnaa ittiin guddattan, akka daa'imman amma dhalattee aannan soxxuutitti dubbii Rabbii ka dhara hin qabne dharra'aa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Daai'mman haarawa dhalatan aanan akkuma hawwan, isin'llee fayyu'uuf guddata'aa ka itti deemittan, barsiisa qulqulluu hafuuraa hawwaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Gooftaan arjaa ta'uu isaa mi'eeffattanii yoo jiraattan akka gara fayyinnaa ittiin guddattan,

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Phexiros 2:2
21 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo dhugaa jaalalaan qaba'aa, waan maraanuu gara Kiristoosii mataa ta'ee, haa guddanuu.


Badhaadhumma'aa fi beekkomsa Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosiitiin guddadhaa'a. Isaaf ammallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.


Ani dhugamaan isiniin jedha; eennullee jeennata Rabbii akka ijoolle'eetitti ka hin fudhanne, horomaa itti hin galu» isaaniin jedhe.


Obboleeyyan tiyya! Sammu'uun daa'iman hin ta'inaa'a. Waan dharaatiif daa'imman ta'aa'a; worra sammu'uun bilchaattan ta'aa'a.


Obboleeyyan tiyya! Hennaa maraa waan keessaniif Rabbiin galateeffachuu nu barbaachisa; amantaan keessan guddisee guddata'aa, jaalalti isin wolii qabdanillee ittuma eda'a'aa waan deema'aaruuf, galateeffachuun keenna sirri'i.


«Ani dhugamaan isiniin jedha, deebitanii akka daa'ima kanaa yoo hin taane, gara jeennata sami'ii horoma hin galtan.


Isumman gamoon maruu wolqabatee Goofta'aan mana woyyuu ta'u'uuf guddata.


Eegasuu Kiristoos ulfinna abba'aatiin du'aa akkuma ka'e nullee akkasuma jireenna haarawa keessa akka jiraannu, du'aan isa woliin tokko akka taanu cuuphamu'uun isa woliin awwaalamneerra.


Isin worri lammaffaa dhalattan fiixaa badu irraa miti. Dubbii Rabbii ka bara baraan jiraatuun, fiixaa hin banne irraa dhalattan malee.


Yesuus ammoo, «Jeennanni sami'ii ka worra akkasii waan taateef ijoolleen gara kiyya haa dhufanii hin dhoogginaa'a» jedhe.


Ani dhugamaan isiniin jedha, eennullee jeennata Rabbii akka daa'imaatitti ka hin fudhanne, sirimaa hin galu» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite