1 Ergaa Phexiros 1:8 - WAADAA LAMMATAA8-9 Amma yoo womaallee arguu baattan isatti amantanii raawwii amantii keessanii, fayyinsa lubbuu teessanii akka fudhattaniin ulfinna hin dhumannee fi gammachu'uun guuttamtanii gammaddan. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Yesus Kristosiin worruma hin arginiin'llee yoo taatan'llee ni jaalattaniin, ammuma'llee worra hin argineen yoo taatan itti ni amanttan, jechaan ibisu'uuf ka hin dandanda'aminnee fi ulfinna ulfaateen ni gammaddan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8-9 Amma yoo womaallee arguu baattan isatti amantanii raawwii amantii keessanii, fayyinna lubbuu teessanii akka fudhattaniin ulfinna hin dhumannee fi gammachu'uun guuttamtanii gammaddan. Gade chapit la |