1 Ergaa Phexiros 1:6 - WAADAA LAMMATAA6-7 Kanaan guddiftanii gammaddan. Haata'uu ammoo, worqii ibiddaan haga fedhe qoramee baddu caalaa amantaan keessan kabajjamaan qorame hennaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufu akka gaalata ulfinnaa fi jajamuu isinii ta'u amma ammoo hennaa diqqo'oof qormaata gara garaatiin gadditaniirtan. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Yoma qormaatonni adda addaa'llee yeroo muraasaaf ka isin rakkisan ta'an'llee, isaan gammadaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Kanaan guddiftanii gammaddan. Haa ta'uu ammo worqii ibiddaan haga fedhe qoramee badu caalaa amantiin keessan kabajjamaan qorame Gade chapit la |