1 Ergaa Phexiros 1:12 - WAADAA LAMMATAA12 Isaan Ayyaana Woyyuu samii gubba'aa isaanii ergameen namoonni Oduu Nagayaa isinitti himan amma waan isinitti himan kanaan isin tajaajilan malee, akka ufi hin tajaajille isaanii ife. Waan kana Maleekkonninuu arguu hawwa'aa turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 nabiyyoonni kunniin'llee ni tajaajilan ka turan isin malee mataa isaanii akka hin turin isaaniif ibisamee jira, ka isin tajaajilan'llee sami'ii ka ergame karaa Hafuura Qulqullu'uutii ka amma namoonni wongeela isinitti himan dubbatan ibisu'uun ture, waan kana maleyikkoonn'llee argu'uuf ni hawwan ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Isaan Ayyaana Woyyuu samii gubba'aa isaanii ergameen namoonni Dubbii Nagayaa isinitti himan amma waan isinitti himan kanaan isin tajaajilan malee, akka uf hin tajaajille isaanii ife. Waan kana Maleekkonninuu arguu hawwa'aa turan. Gade chapit la |