1 Ergaa Phexiros 1:1 - WAADAA LAMMATAA1-2 Pheexroos ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'e irraa worra baqattoota worra biyya Pheenxoosii, Galaatiyaa, Qaphadooqiyaa, Isiya'aa fi Bitaaniyaa keessa faca'anii jiraataniif, worra akka beekkomsa Rabbii Aabbaatiin beekkamtanii filatamtan, worra Yesuus Kiristoosii ajajamu'uuf dhiiga isaatiin biifamtanii qulqullaayu'uuf Ayyaana Woyyu'uun woyyoomtaniif; Ayyaanninii fi nageenni isinii haa guddatu. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Barataa Yesus Kristosii ka ta'e Phexirosiin irraa, Galttoota taatanii Phonxos, Galaatiyaa, Qaphadooqiyaa, Asiya'aa fi Bitaanyaa keessa bittinoofittanii worra jiraattaniif, Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Pheexroos ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'e irraa, worra baqattoota worra biyya Pheenxoosii, Galaatiyaa, Qaphadooqiyaa, Isiya'aa fi Bitaaniyaa keessa facaatanii jiraattanii fi Gade chapit la |