Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:4 - Kitaaba Woyyuu

4 Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a; ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a. Ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yeroo maraa Goofta'aan gammadaa, dabalee'llee, «Gammadaa!» jedha.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:4
18 Referans Kwoze  

Abdi'iin gammadaa'a; rakkinna keessatti obsaa'a; Rabbiin kadhachu'uun jabaadhaa'a.


Obboleeyyan tiyya! Waan hafeen Goofta'aan gammadaa'a; waan tokko deebisee isinii barreessuun na hin dhibu. Isiniif ammo nagaya.


Isaan raattota isiniin duraatuu akkasuma ari'aa turan. Gatiin keessan waan samii gubba'atti guddaa ta'eef, gammadaa ililfadhaa'a» isaaniin jedhe.


Hennaa Kiristoos ulfinna ufiitiin mudhatu gammachuun keessan ammo guddaa akka ta'u worra rakkoo isaa qoodamtan waan taataniif gammadaa'a.


Bara jiraadhu maraa Rabbiin galatoonfadha; bara jireenna kiyyaa maraa Waaqa kiyya hin faarfadha.


Halkan qixxee ammo Phaawuloosii fi Sillaas Rabbiin kadhata'aa faaru'uun Rabbiin galatoonfata'aa turan. Worri hidhamanillee caqasa'aa turan.


Isaanillee maqaa isaatiif tuffatamuun akka waan misha'aatitti fudhatanii yaa'ii murti'ii afo'oo gammada'aa yaa'an.


Haa ta'uu ammo nullee yoo ta'e, yookaan maleekkaan sami'ii Dubbii Nagayaa ka nu isinitti lallabne irraa ka adda ta'e yoo isinitti hime, ka abaarame haa ta'u!


Isin balchoonni! Rabbiin gammadaa'a; worri qajeelaan isa galatoonfachuu barbaachisa.


Yoma kunniin maruu dhabamellee ani Rabbiin gammada; Waaqa fayyisaa kiyyaan burraaqa.


Uduu worra gaddu taanu hennaa maraa hin gammanna. Hiyyeeyyii taanee namoota hedduu dureeyyii goona, worra womaa hin qabne fakkaannullee wonti maruu keenna.


Isinillee akkasuma gammadaa'a. Na woliinillee gammadaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite