Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:13 - Kitaaba Woyyuu

13 Hunna Kiristoos naa kennuun maraa danda'a.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

13 Hunna Kiristoos naa kennuun maraa danda'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Huminna ka naa kennu Kristosiin waan maraa raawwachu'uuf, ni dandda'a.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:13
12 Referans Kwoze  

Ani si woliin jiraa hin sodaatin! Ani Waaqa keetii abdii hin kutatin! Ani si jajjabeessa, si gargaaralle'e; irree kiyya ka balchumma'aa ka mirgaatiin irkisee si qaba.


Waan hafeen worra Goofta'aaf hunna isaa cima'aan jabaate ta'aa'a.


Ayyaana isaatiin keessa qaama keessaniitiin guddiftanii akka jabaattan.


Na keessa yoo jiraattan, yoo dubbiin kiyyallee isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadhaa'a isinii ta'aa.


«‹Balchummaanii fi hunni Rabbuma callaa biraa argama› jedhanii waan kiyya dubbatan; worri na jibban maruu gara kiyya dhufanii saalfatanii kufan.


Tajaajila ufiitiif na muudee amanamaa godhee waan na laakkayeef, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hunna naa kenne hin galatoonfadha.


Yesuus deebisee, «Koottu!» jedheen. Kanaafuu Pheexroos yabala keessaa bu'ee gara Yesuusii dhaqu'uuf bisaan irra deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite