Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 3:4 - Kitaaba Woyyuu

4 Ani ammo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennuunillee yoo ta'e, ka fooniin hedatu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Ani ammoo fooniin waan hedadhu qaba. Namni biraa eennunillee yoo ta'e, ka fooniin amanatuu waan qabu yoo itti fakkaate natu taraan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Dhaadachuun ka barbaachisu yoo ta'e ani waan baayi'een dhaadachu'uuf ni dandda'a, seera duubanaan muldhatuun naminni dhaadatu yoo jiraate, ani isa caala'aatti ka ittiin dhaadadhu waan baayi'ee ni qaba.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 3:4
4 Referans Kwoze  

Kanaafuu hennaa dhageettan qulqulleeffadha'aa dhagayaa'a; nama waa qabu kamiifuu eda'amee kennamaaf. Nama waa hin qabne kamuu wonti inni hin qaba jedhee yaadu diqqoon sunuu irraa fudhatamti.


Kanaafuu ammaa achi eennuttillee fuula laala'aa hin murteessinu; Akki Kiristoosiin itti laalle ija laalcha fooniitiinillee yoo ta'e, ammaa achi haala kanaan hin laallu.


Nu dhalootaan Yihuudota; worra cubbamtoota Yihuudii hin taane sanii miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite