Gara Worra Filiphisiiyusii 3:19 - Kitaaba Woyyuu19 Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaati; dhumti isaanii badi'i. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA19 Dhumti isaanii badi'i. Waandhi isaanii garaa isaaniiti, ulfinni isaanii shiingaa isaaniiti; yaanni isaanillee woma lafaatti. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Isaaniif Waaqinni isaanii garaa isaaniiti, wonitti saalfachiisaa ta'e isaaniif ulfinna isaaniiti, yaadinni isaanii'llee ka xiyyeeffatu waan arddiilessa irratti, kanaaf muummeen isaanii badi'i. Gade chapit la |
nu'u waan hin raawwanna jennee yaanne maraa hin goona; nu waaqa tolfamaa teenna ta mootittii sami'ii jedhamtuu hixaana hin aarsina; nu'u abboonni teenna ta durii mootonni teennaa fi bulchoonni teenna qachoota Yihuuda'aatii fi akkaatama karaa Yerusaalemiititti godha'aa turre san ammallee kennaa daadhii woyini'ii isi'ii dhiyeessina; hennaa waan kana maraa goonu san atoota heddu qabna; nu dureeyyii waan turreef rakkoo woyiituu hin qabnu.