Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:24 - Kitaaba Woyyuu

24 Anillee ammo ariifadhee akka dhufu Gooftaa hedadheera.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

24 Anillee ammoo ariifadhee akka dhufu Gooftaa hedadheera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Gonkumaa ani mataan kiyyaa dadafaan gara keessan dhufu'uuf akka dandda'u, Gooftaan ana gargaara jedhee ni amana.

Gade chapit la Kopi




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:24
6 Referans Kwoze  

Hennaa dhiyoo keessatti si argee akka woliin qaandhu abdii godha.


ani gara keessan deebi'ee akka dhufu waan abdadhuuf, hulee itti hara baafadhu naa qopheessi. Achumaan waan kadhata keessaniitiif jedhee Rabbi isinii na kenna jedhee waan hedadhuuf.


Ani waan isinii barreessu guddaa qaba. Qalamaan woraqata irratti isinii barreessuu hin jaalanne. Haa ta'uu ammo akka gammaddaniif dhufee afaaniin isin qaassu'uuf abdii qaba.


Haa ta'uu ammo anillee akkasuma waan jireenna keessanii beekee akka gammadu, daddafee Ximootewoosiin isinii ergu'uuf Gooftaa Yesuusitti abdii godha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite