Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 4:5 - Kitaaba Woyyuu

5 Hennaa saanduundhi waadaa Rabbii gara qe'e'ee gale, baniin Israa'elii maruu haga lafti sochootutti guddisanii ililfatan.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 4:5
10 Referans Kwoze  

Achiin maayessa xurumbaan uduu wol irraa hin cinne yoo afuufamu laagaa xurumba'aa yoo dhageettan, baniin maruu guddisee haa iyyuu; hennaa san dalloofni qachatti'ii hin diiggama, baniin maruu hiriiree itti gala.»


Isin, «Guyyaan hamaan dafee hin dhufu» jettanii yaadu'uun bulchiinsa keessan keessatti hujiin miidha'aa akka dhiyaatu gootan.


Dubbii, ‹kun mana woyyuu Rabbiiti! kun mana woyyuu Rabbiiti; kun mana woyyuu Rabbiiti! nu nagayaan jiraanna› jedha'aa duwwaa dubbattan hin abdatinaa'a.


Dhaaduun nama hama'aa hennaa gabaaba'aaf; namoonni Rabbiin ganan gammachuun isaanii haguma limsuu ijaatitti bada.


Hennaa inni gara Leehi'ii dhufe, worri Filisxeemii ililfata'aa isa simatan, Hafuurri Rabbii hunna gudda'aan isa irratti bu'e; haanni ciqilee isaatiin hidhan akkuma jirbii ibiddaan gubatee ta'e; wonti isaan hidhaniinillee harka irraa harca'e.


Kanaaf xurumbaan afuufame; baniin hennaa laagaa xurumba'aa dhagayan guddisanii iyyan; kaloonillee hin diiggame; baniin maruu gara qachaa isaan afoo jiruu dhaqanii qachattii san fudhatan;


Namni tokko dubbii sobaatiin waan woyini'iitii fi waan dhuddoo jaba'aa isin barsiisa uduu jedhee isatu raatticha banii kanaa ta'a.


Worri Filisxeemii hennaa laagaa lililfataa dhagayan; «Laagaan ililfataa guddaan ka ganda Ibrootaatii dhagayama'aaru kun maali'i?» jedhanii akka saanduundhi waadaa Rabbii gara qe'e'ee gale hubatan.


Saadooqii fi worri leewwotaa ka isa woliin jiran maruu saanduuqa waadaa Rabbii baadhatanii dhufan baniin maruu haga qachattii keessaa bayaniif Abiyaatariin bira kaayan.


Baniin maruu isa faanaa bayanii sirba sirba'aa guddisanii gammadan; isaan waan guddisanii woca'aa sirbaniif lafti sochoote.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite