Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 4:4 - Kitaaba Woyyuu4 Kanaafuu namoota gara Seelo'oo erganii saanduuqa waadaa Rabbii Gooftaa banii maraa ka kiruubeeliin irra taa'u achii fidan; ijoolleen Eeli'ii lamaan Afiniinii fi Finihaasillee saanduuqa waada'aa woliin achi turan. Gade chapit la |