Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 4:1 - Kitaaba Woyyuu

1 Worri Israa'elii worra Filisxeemii woliin wol lolu'uuf bayanii hulee Abeni'eezar jedhamutti quphatan; worri Filisxeemii ammo hulee Afeeq jedhamutti quphatan.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 4:1
14 Referans Kwoze  

Worri Israa'elii burqaa dhooqa Iyiziraa'elii keessa jiru biratti quphatan; worri Filisxeemii loltoota ufii maraa woliin Afeqiti wol gayan.


Saamu'eel dhagaa tokko fuudhee Mitsipha'aa fi Sheeniin jiddu'utti dhaabee maqaa isaa haga adhaa Rabbi nu gargaareera jedhee Abeneezeer jedhee moggaase.


Worri Filisxeemii saanduuqa waadaa Rabbii hulee Abeeni'eezer jedhamuu fuudhanii gara Azaaxoonii fidan.


Achiin maayessa worri du'a jalaa hafe gara qachaa Yaafeeqiititti baqatan; achitti loltoota laakkobsi isaanii haga kuma diddamii torbaa gawu dalloofni qachattii sanii isaan irratti jigee dhuman; Wolda'aadeer dheessee gara qachatti'ii galee mana tokko keessa seenee gara duubaatitti dhokate.


Rabbi Saamu'eeliin, «Guyyaan ani Israa'eliin irratti waan tokko hojjadhu dhiyaateera; namni waan ta'e san gurraan dhagawu maruu coraan isaanii hin rifata.


Akkasuma gara Uumaa, Efeeqiitii fi Ra'aabiiti; lafti isaanii qachoota diddamii lamaa fi gandoota;


Yaaniim, Betitaaphuwwaa, Afeqaa,


Worri Eewwotaa, worri biyya Kana'aanii maruu, Ma'aaraa worra Siidona'aatii haga daangaa Amoorotaa haga Afeqii,


Worri Filisxeemii lola jalqabe, worri Israa'elii worra Filisxeemiitiin mooyataman. Hennaa san worra Israa'elii keessaa namoota haga kuma afuriititu du'e.


Geebaal, Amoonii fi Amaaleqi, Filisxeemiillee banii Xiroosii woliin dhara dhayan.


«Isin maruu, bulchoonni keessan, gofti keessan, jaarsonni keessan, worri isin muuddan, ijoolleen Israa'elii maruu, ijoolleen teessan maruu, dubartoonni teessan, galaan isinitti galee isin keessa jiraatu ka muka muruu fi ka bisaan woraabullee kunoo Rabbii Waaqa keessan afoo dhaabattaniirtan.


Adha ammo Waaqa keessan ka rakkinnaa fi dhiphinna maraa jalaa isin baase dhiiftaniirtan, ‹Akki kun garuu hin ta'uu; mootii nuu moosisi› jettaniin. Amma gosaa fi worra keessan woliin Rabbiin afoo dhiyaadhaa»


Bara itti aanu mootiin Wolda'aadeer loltoota biyya Sooriya'aa hiriirsee worra Israa'eliitiin lolu'uuf gara qachaa Yaafeeqii dhaqe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite