Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 2:8 - Kitaaba Woyyuu8 Rakkattoota worra jajjabaa woliin teessisu'uuf, hulee salphinnaatii isaan kaasa, teessoo ulfinnaa isaanii kenna, hiyyeeyyii daaraa keessaa kaasa; bu'uurri biyya lafaa ta Rabbii waan taateef, isii irratti adunyaa uume. Gade chapit la |