Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 2:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Hin booninaa'a; uf jaja'aallee hin qaaqinaa'a; Rabbi waan beekaa ta'eef, Rabbi waan namni hojjatu maraa waan beekuuf madaalee murteessaa; dubbiin uf jaju'uu afaan keessanii hin bayin.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 2:3
26 Referans Kwoze  

Rabbiin sodaachuun hammeenna jibbu'u; anillee uf jaju'uu fi mata jabeenna, amala hama'aa fi qaaqa micciiramaa hin jibba.


kadhaa isaanii dhagayi; bara lafa ati abboota teennaa kennite keessa jiraatan maraa keessatti akka si sodaatan samii hulee jireenna keetiitii kadhaa isaanii dhagayi; yakka isaanii isaanii dhiisi; isaan gargaarille'e.


Ati hagamillee «Yoo waan kana ani hin beeku» jette ka garaa namaa qoru sitti hin beekuu? ka lubbuu tee eegu hin beekuu? maraafuu akka hujii isaaniititti isaanii hin kennuu?


Dubbiin Rabbii jiraata'a; hunna hojjatuunillee uf keessaa qaba; guraadee gara lamaan qara qabu caalaa qarama'a; lubbuu, hafuura, ribuu, lafe'ee fi dhuka haga gar gar baasutti woraanee seenuu danda'a; miira onne'eetii fi ka yaadaa qora.


Namaaf karaan maruu qulqulluu fakkaata; ka'umsa yaadaa garuu Rabbitu madaala.


Ka arrabsitee fi ka salphifte eennuun? ka laagaa kee itti ol qabatte; ka ija uf jaju'uutiin laalte eennuun? Woyyicha Israa'elii irrattii bee!


Gooftaan keenna gudda'a; hunni isaa gudda'a; ogummaan isaallee haga hin qabu.


uf tuultoonni jechoota gad naqan; worri waan hamaa hojjatan maruu uf jajan.


Rabbi waan kana beekuu hin dadhabaa? Inni waan onneen dhossite waan hubatuuf.


Rabbi madaala dhuga'aatiin na haa madaalu; akka mudaan na irra hin jirrellee haa beekuu.


Rabbi garuu Saamu'eeliin «Fuula isaatii fi dheerinna hojjaa isaa hin laalin; akka namni itti laalutti Rabbi waan hin laalleef isa tuffadheera» jedheen. Namni fuula laala; Rabbi ammo keessa garaa namaa laala» jedheen.


Ijoollee isi'iillee hin ajjeesa. Woldoonni Kiristaanaa maruu akka ani gara'aa fi qalbii qoru hin beekan. Anillee isin maraafuu akkuma hujii keessaniititti isinii kenna.


Rabbi akkana jedha, «Isin uggiiti'iin dubbii natti dubbattan; deebitanii ammo, ‹nu'u waan hamaa maal sitti dubbanne?› jettanii gaafattan.


Teeqeel jechuun ‹Madaalaan madaalamtee salphattee argamte› jechu'u.


Ani Nabukadanatsoor mootii sami'iitii galata, ulfinna fi jajuu dhiyeessaaf; wonti inni godhu maruu sirri'i; karaan isaa karaa haqaati; worra boonaan masakkaman maraa salphisuu danda'a» jedhe.


Ani Rabbi garuu sammuu namaatii fi onnee namaa hin qora; nama maraafuu akka jireenna isaatii fi akkuma hujii isaatiin gatii isaa kenna.»


Waandhana karaan balchootaa hin qajeelchita; Ati qajeeleen; daandii balchootaa hin qajeelchita.


Isaan garaa laafuu didda'aaf onnee ufii cufatan; afaaniin uf jaja'aa dubbatan.


Qajeellummaa irratti boonaa fi tuffi'iin uf jaju'uun waan dubbatuuf afaan isaanii ka dhara dubbatu cadhisiisi.


Gaafa kee gara sami'ii ol hin kaasin; mataa dhaabdee hin dubbatin.»


«Inni Rabbiin waa maraa olii waa maraa beeka; Israa'eliinillee hin beeka; yoo nu'u Rabbiin yakkinee isa afo'otti cubbuu hojjanne, adha nu hin hambisin.


Kanaan maayessa Zeebuul, «Dhaaduun kee sun martuu eessa dhaqe? ‹Nama Abemelek jedhamuuf wonti hojjannuuf maali'i?› jedhee namni gaafate si'ii mii? namoonni balda'aa isaanitti dubbatte kanniin; ka'ii amma isaaniin loli» jedheen.


Akka isin natti morkattanii akka feetan akka dubbattan dhagayeera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite