Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 16:2 - Kitaaba Woyyuu

2 Saamu'eel «Attamiin dhaqa? Saa'ol yoo dhagaye na ajjeesaa!» jedhe. Rabbi, «Raada takka qabadhuu dhaqii isii ciincaa godhu'uuf dhufe› jedhi.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 16:2
8 Referans Kwoze  

Isaanillee «Ee! kunoo isin afoo jira; adhuma gara qacha'aa dhufee, adha baniin gaara hulee itti sagadanitti waan ciincaa dhiyeessu'uuf ta'uuf daddafa'aatii ol bayaa'a.


Maatiin keennaa fi ani qachaa keenna keessa ciincaa waan dhiyeessaniif jedhe obboleessi kiyya akka ani dhaquuf ana ajajeeraa yabo'oo na hoffolchi yoo si afo'otti gaachena argadhee jiraadhe dhaqee obboleewwan tiyya laalee deebi'aa na hoffolchi waan naan jedheef ani isa hoffolche; kanaaf affeerraa kana irraa dhabame» jedheen.


Yesuus ammallee, «Ani akka hoolota Yayyii jidduu dhaxxuu isin erga; maarre akka bofaa qaroo, akka handari'ii gara laafeyyii ta'aa'a.


Maariyaam Maleekka'aan, «Ani durba duudaa waan ta'eef kun attamitti ta'a?» jetteen.


Muuseenillee Rabbiin «Ani eennu ka gara Fari'oonii dhaqee ijoollee Israa'elii biyya Misiriitii baasu?» Jedheen.


Isseyiin gara ciinca'aa waami; waan gootu ani sitti himaa nama ani sitti himu san naa muudi» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite