Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:8 - Kitaaba Woyyuu8 Sababaa kanaaf abbaan worra isi'ii Hilqaanaan, «Haannaa tiyya! maaf bootta? maaf waa hin nyaanne? maaf gaddita? ani ijoollee kudhanii sii hin caaluu?» isiin jedhe. Gade chapit la |
Azaahel, «Gooftaa kiyya maaf bootta?» Jedhee Eelsaa'iin gaafate; Eelsaa'i, «Waan hamaa ati uf afoo banii Israa'elii irratti gootu waan beekuuf; wonti hamaan sunniinillee ati kushee isaanii ibiddaan gubda; ka'imman isaanii jajjaboota hin goorraata; daa'imman isaaniillee dhagaa irratti bubburussita; garaa dubartoota isaanii ta ulfaallee hin babbaqassita» jedhee deebiseef.