Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:7 - Kitaaba Woyyuu

7 Hennaa isiin wogga wogga'aan gara mana woyyuu Rabbii dhaxxu maraa masaanuun isi'ii Finaanaan isii aarsa'aa isii boochisa'aa waan turteef womaa afaaniin hin qabdu turte.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:7
7 Referans Kwoze  

Haati isaa hennaa ciincaa Rabbii ciinceessu'uuf wogga wogga'aan abbaa worraa ufii woliin baatu, uffata laafaa mishaa talbaa irraa hojjatame isaa fiddi turte.


Waan Rabbi gadaamessa isi'ii cufee tureef masaanuun isi'ii isii biibbeessa'aa aarsa'aanii turte.


Sababaa kanaaf abbaan worra isi'ii Hilqaanaan, «Haannaa tiyya! maaf bootta? maaf waa hin nyaanne? maaf gaddita? ani ijoollee kudhanii sii hin caaluu?» isiin jedhe.


Garaan kiyya akkuma marga waagiin dhayeetitti gogeera; nyaata nyaachuu dagadheera.


dimmaa namoonni saddeettamaa Sheekeemii, Sheelo'oo fi Samaariyaa keessaa dhufan; isaan gaddanii areeda haadatanii, uffata ufii biinxanii fuula ufii taraaranii turan; kennaa midhaaniitii fi hixaana mana woyyuu keessatti kennanillee qabatanii turan.


Haannaan, «Garaan kiyya Rabbitti gammade, ulfinnaan waan ol na qabeef waan inni na baraareef, ani diintota kiyyatti hin kolfa.


Sababaa iyya kiyyaatiif; lafeen goga'aan wolitti na maxxane.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite