Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:6 - Kitaaba Woyyuu

6 Waan Rabbi gadaamessa isi'ii cufee tureef masaanuun isi'ii isii biibbeessa'aa aarsa'aanii turte.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:6
8 Referans Kwoze  

«Namni amanamummaa goshoo ufiitiif qabu balleessu, nama sodaa Rabbii dhiise.


Dhabduu hin deenne hin saama; dubartii abbaa worraa hin qabneefillee waan mishaa hin godhu.


Uduu haati manaa tee lubbu'uun jirtu obboleettii haadha manaa teetii bira hin gayin; hin fuudhinille'e; akka isiin masaanuu haadha manaa teetii hin taane.


Raaheel Yaaqoobiif akka ijoollee hin deenne haga uf beette obboleettii ufiititti hinaaftee Yaaqoobiin, «Finna naa kenni, yoo naa hin kenninee ani hin du'a» jetteen.


Hennaa isiin wogga wogga'aan gara mana woyyuu Rabbii dhaxxu maraa masaanuun isi'ii Finaanaan isii aarsa'aa isii boochisa'aa waan turteef womaa afaaniin hin qabdu turte.


Garuu abbaa ufii akkana jettee gaafatte; «Ani heerumee waan finna dawuu hin dandeenneef, waan durbummaa kiyyaatiif hiriyyoota kiyya woliin gaara irra naannaya'aa booyaa haga ji'a lamaa na hoffolchi» jetteen.


Haannaan, «Garaan kiyya Rabbitti gammade, ulfinnaan waan ol na qabeef waan inni na baraareef, ani diintota kiyyatti hin kolfa.


Sababaa kanaaf Meelkool intalti Saa'olii uduu finna hin deenne duute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite