Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:21 - Kitaaba Woyyuu

21 Hilqaanaan maatii ufii woliin ciinca'aa fi woreega wogga'aa dhiyeessu'uuf gara Seelo'oo ol baye.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:21
7 Referans Kwoze  

Hilqaanaan wogga wogga'aan Rabbii Gooftaa banii maraatii sagadu'uu fi ciincaa dhiyeessu'uuf gara Seelo'oo baya; bara san ilmaan Eeli'ii Afiniinii fi Finihaas gadoota ta'anii Seeloo keessatti Rabbiin tajaajila'aa turan.


hennaa san maqaan Rabbii Waaqa keessanii akka waamamu gara hulee inni filatee sanitti waan isin ajaju maraa ciincaa keessan ka ciincawu ciincaa biraallee kurneessoo keessan, kennaa keessan ka harkaan dhiyeessitanii fi woreega Rabbiif qabdan maraa fidaa'a.


Yoo Rabbiin waaqeffachuun waan hamaa isinitti fakkaatee waaqolee tolfamaa abboonni teessan hennaa laga gama jiran yookaan biyya Amoorotaa ka amma keessa jirtan keessatti yoo ka waaqeffatan ta'ellee Rabbii waaqeffachu'uuf taatan adhuma filadhaa'a; anii fi manni kiyya garuu Rabbiin waaqeffanna» isaaniin jedhe.


Karaa mudaa hin qabne jabeessee qabadha; ati yoom gara kiyya dhufta? mana kiyya keessa garaa qulqullu'uun jiraadha.


Inni waan qajeellumma'aatiif murtii qajeelaa godha'aa ijoollee ufiitii fi akaakayyoota ufiillee gorsa'aa isaan qajeelcha; kunillee waadaan Rabbi Abrahaamii gale akka raawwatamuuf» jedheen.


Haati isaa hennaa ciincaa Rabbii ciinceessu'uuf wogga wogga'aan abbaa worraa ufii woliin baatu, uffata laafaa mishaa talbaa irraa hojjatame isaa fiddi turte.


Ciincaa keessan ka ciincawu ciincaa biraallee ka ciincawu, kurneessoo keessan, kennaa keessan ka harkaan dhiyeessitan, woreega qabdan, kennaa fedha keessaniin dhiyeessitan, hangafa sa'aa fi hoolaa keessanii achi fida'aatii


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite