Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:16 - Kitaaba Woyyuu

16 Sababa gaddinii fi rakkinni natti guddateef haga ammaa kadhata'aaraa ati ana garbittii tee akka dubartii raanke'eetitti na hin laakkayin» jettee isaa deebifte.

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:16
11 Referans Kwoze  

Ijoolleen Eeli'ii waan raankee ta'aniif Rabbiin hin beekan turan;


Ani garbittiin tee dargaggeeyyii ati gooftaan kiyya ergite hin argine; Naabaal akkuma maqaa isaa gowwa'a; ati namicha kanatti hin aarin;


garuu namoonni adaba hin qabne tokko tokko «Amma namichi kun nu oolchuu danda'aa?» woliin jedhanii kennaa woyiituu uduu isaa hin finne tuffataniinii didan; Saa'ol ammo hin cadhise.


Isiin garuu, «Gooftaa kiyya ani nama gadda guddaa keessa jiru daadhii woyini'ii yookaan waan biraa ka nama macheessu hin dhunne; garuu rakkoo kiyya Rabbitti himata'aara.


Eeliinillee, «Nagayaan deemi! Waandhi Israa'elii waan ati kadhatte sii haa kennu!» isi'iin jedhe.


Gara kiyya laali; naa deebisi; keessi kiyya nagaya dhabeera; raafameera.


Oduu jedhu yoo dhageette isaan soxxa, isaan qoratta, hin gaafatta, wonti kun yoo dhugaa ta'e, wonti badaan kun isin keessatti yoo dhugaa ta'ee argame


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite