Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:12 - Kitaaba Woyyuu

12 Akka kanaan Haannaan hennaa Rabbiin afo'otti kadhaa dheeressite Eeliin afaan isi'ii laala'aa ture;

Gade chapit la Kopi




Kitaaba Saamu'eelii ka 1ffaa 1:12
8 Referans Kwoze  

Cubbuu keessan wolitti himadhaa'a; akka fayyitaniifillee tokko ka biraatii haa kadhatuu. Faateen nama qajeela'aa hunna waan qabduuf waan guddaa gooti.


Uduu addaan hin kunne Rabbiin kadhadhaa'a; waan maraafuu Rabbiin galatoonfadhaa'a.


Galata woliin faate'een dammaqa'aa jabaadha'aa Rabbiin kadhadhaa'a.


Faate'ee fi kadhanna'aan hennaa maraa Ayyaana keessa ta'a'aa Rabbiin kadhadhaa'a. Yaaduma kanaan waan woyyoota maraa kadhata'aa, jabaadha'aa dhaabadhaa'a.


Yesuus isaan uduu hin hifanne hennaa maraa akka Rabbiin kadhatan akkana jedhee mammaakaan isaanitti hime.


Haannaan, «Yaa Rabbi Gooftaa banii maraa! rakkinna garbittii teetii yoo yaadatte, yoo na hin irraanfanne, yoo ati ilma dhiiraa tokko naa kennite ani ammo bara jireenna isaa maraa mullaaciin mataa isaa irra hin geettu dabarsee sii kenna» jettee woreega qabde.


Haannaan waan garaa ufii keessatti kadhattuuf uduu laagaa ufii hin dhageessifne hidhii ufii callaa sochoofti; Eeliin garuu waan waa dhuddee machoofte seeye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite