Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 8:5 - KITAABA WAAQA

5 Ammalle kara isaale ijoolle d'iiratiifi ta dubra ta tabatuuti guuta.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 8:5
11 Referans Kwoze  

Dubarti gammade sirbite, d'iirti kaimafi jaaroleeni qilit'amti. Anini boha worraa garagalche gammada tolche, garaa worra jabeese laalala worraa garagalche qilit'ama tolcha.


Ta qara taani waan ta lameesotiini jette, Utaali, namicha kaima ka haada woini biimani harkaa qabuuni waan jettu, Taka tana diri Yerusalemu kunini guddate, namafi saileeni guute, naabole iti jaaru dad'abani.


Halkani kana ch'ufa kakaa, AABBO Waaqati boha; AABBO Waaqa durati garaa kanke laafisi aka bisaani tolchi; ilmaani tante ta garaachani mogaa dira ch'ufati hobau jirtu jed'a, naasu isaa kad'ad'a!


qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi qonqo gammada ta guyya fuud'a, d'agayani. Qonqo nama waan galata baasani Mana kiyyaani d'ufe sirbule d'agayani. Worri waan jed'u, AABBO Waaqa gudda galata deebisa, inni dansa, jaalalti isaaleeni haga jiru jireenna teeti. Anini lafa tana eebise finna duri isiini qabdu kaani deebisaafi. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Anini, AABBO Waaqi, waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini lafa Israelitiifi ta Yudale namaafi saani guutu.


Worri d'ufe gaara Sioni irati sirbe, waan anini kenneefi maache iraa gammada — mid'aani, daad'i d'ad'a, loonifi reele. Worri oobru bisaani quufte fakaata, waan fed'u ch'ufa argata.


Nami isani tuqe ya guma ilaa naa tuqe. Jennaani AABBO Waaqi Guddaani d'aamsa kanaani gara gosa gumi isaa saamte na erge waan jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite