Zekaria 8:23 - KITAABA WAAQA23 Gaafasi nama kud'ani, ka gosa gosa, nama Yahudi tokoti d'ufe waan jed'uuni, Waan nu d'ageenne, Waaqi isani woliini jira, tanaafi isani woliini yau feena. Gade chapit la |
Jennaani lubbuuni Waaqa jara keesa, namicha Amasai jed'ani toko, ka eege jara sodoma kaani mata iti tahe, ira buute, jennaani inni waan jed'e, Daudi ilma Yese, nu goli tanteeti! Waaqi siifi goli tante ch'ufa qarqaare eebisinna, inni gamuma kanke jira, Daudini worra fud'ate goli ufiiti dare askarti isa keesa guddinna kenneefi.