Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 8:18 - KITAABA WAAQA

18 AABBO Waaqi Guddaani na yaame waan naani jed'e,

Gade chapit la Kopi




Zekaria 8:18
5 Referans Kwoze  

Mala hama woliini yakitani inqabaatiina, kakhattani d'ara indubbatiina. Anini d'ara dubbachafi waan hamtu akana ch'ufa guddo jibba.


Waan anini jed'u, Guyyaani ufi agabsani ka jia afreesotiifi ka shaneesotiifi ka torbeesotiifi ka kud'anneeso garagale jila gammadafi qilit'ama worra Yudati taha; tanaafi d'ugaafi nagaya jaalad'a.


Jabaad'a! Isani amma dubbuma raagooti duri, gaafa yayaba Mana kiyya kayani dubbatte, d'agayuu jirtani.


Yerusalemu keesa Yahuditi jira, worra aada guutu, ka lafa ch'ufaa d'ufe.


Hojja wonti kunini d'uftuufi aka isiini d'uftu barbaadani. Lubbuuni Kristo, ta worra keesa jirtu, hojja tana akheete, gaargala Yesoni argachu maleefi guddinna eegi suni d'ufu himte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite