Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 8:17 - KITAABA WAAQA

17 Mala hama woliini yakitani inqabaatiina, kakhattani d'ara indubbatiina. Anini d'ara dubbachafi waan hamtu akana ch'ufa guddo jibba.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 8:17
19 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini qorsumafi isaniti d'ufa, ammalle anini maruma toko worra falfala tolchu taanaani, d'iirafi nad'eeni aada male wolti yaatu taanaani, nama d'ara d'ugeesu taataanaani, ch'ubbicha nama hojattu isaati hori baasu didu taanaani, nama haad'a hiyyeesatiifi hiyyeeyi dabsu taanaani, nama keessuma ulfeesu didu taanaani, ammalle nama ch'ufa ka na insodaanne, d'uga intahuufi.


Ammo atini akami dandeete worra ch'ubbicha nama sosobu kana obsita? Ilti tante guddo qulqullo, dandeete hameenna ilaaltu, ammalle dandeete waan hamtu ilaaltu. Duuba atini maafi ch'allifta, ka ch'ubbichi tae nama isa ira d'uga gula deemu balleesu?


Anini maro heddu raagoota hojattu tiyya isaniiti erge, ta waan hamtu anini jibbu tana intolchina isaniini jette.


Ee Yerusalemu, t'uri ch'ubbu garaa kanke keesaa d'iqi, aka baafamtu. Yomi herega daba kana heregu lakifta?


Nama olla keeti ka ufiftu si d'ugeefate si d'aatuti gallu waan hamtu iti imariatini.


Ch'ubbichi d'araa isaa hamtuuni koora; sabdichileeni AABBO Waaqa abaare isa dida.


Garaa keesaa herega hamafi ijeechafi wolbarachaafi ch'abanumafi hannafi d'arafi arabati baha.


Nami dansaani hori ufi dansa keesaa waan dansaa baasa; nami hamaleeni hori ufi hama keesaa waan hamtu baasa.


Ammo waan anini isaniini jed'u, Nami d'araani nad'eeni millatu yayu garaa ufi keesati waan hamtu tolche.


haad'a hiyyeesatiifi hiyyeeyifi keessumafi yokhaani nama wo inqamne tokole indabsina. Aka woliyakitani wolballeesitani immalatiina.


d'uga qabdani aka maqa kiyyaani kad'attani. Duuba gochiti ch'ufti, Nuu eebisi nani jette na faarsiti.


Ch'ubbu jibbitiini AABBO Waaqa sodaacha, anini kiyyibafi ufi saadu jibba. Ammalle waan d'araatifi kara hama infed'u.


ka duuba ufi herega ufi keesa waan hamtu malatani nama ch'ufa woli d'absisani.


AABBO Waaqi Guddaani na yaame waan naani jed'e,


waan hamtule inoobsu. Anini adaba nama Waaqa iraa goru injibba; worra akasi suni waan worri tahu iti ind'iad'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite