Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 6:7 - KITAABA WAAQA

7 Fardooleeni daamooti akuma gabaateeni, hurifte lafa keesa yaate sot'e. Malaikaani waan jetteeni, Beena, lafa keesa yaa, soqa, wo barbaada. Duuba worri iti d'aabate.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 6:7
8 Referans Kwoze  

Jennaani namichi jiddu mukha doti eju kaani waan jed'e, Kunini farda AABBO Waaqi abuuru lafa keesa erge.


AABBO Waaqi lafa ch'ufa ilaale tisse nama isa d'ugeefatu jabeesa. Waan atini aka daale tateefi, armaa achi worraani lafa tante keesaa imbahu.


Gaafi kud'annaani suni hayyoota kud'ani ta lafa suni mohattu. Duuba eege hayyu d'ibiti d'ufa, ka hayyoota taani ch'ufa iraa goru; inni hayyoota sadi dabsata.


Jennaani anini waan bineensa afreeso kaani, ka bineensa kaani sadeeni iraa gore, beekhu fed'e — bineensa hama nama mudamsiisu, ka waan ijeese qeench'a isaa ka sibiila diimatifi ilkaani isaa ka sibiila guraachatini gargari ch'ire miilaani ira ejaanjattu.


Kai, lafa tana haguma geetunu ke deemi, ilaalad'u, wonti akanatiifi anini ch'ufa sii kenna.


Worri Israeli gaara Hori biraa, kara galaana Diimati deemu, gula godaane aka lafa Edomu maru. Ammo karaati biyyiti obsa d'abde


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite