Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 6:3 - KITAABA WAAQA

3 ka sadeeso bororati hirkisa, ka afreeso dadaamititi hirkisa.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 6:3
9 Referans Kwoze  

Anini millannaani farda borora arge. Nami isa yaabatu guube harkaa qaba, sure hayyuma kennaniifi. Inni aka nama nama dabsatu dabsachu d'aqe.


Anini millannaani farda borora toko arge. Nama isa yaabatu maqaani isa Duisa, Fullaani ekheraani teetuleeni isa gula deemte. Jabeenna qooda afreeso ka lafa kennaniifi, aka sheeftifi beelafi d'ukubafi bineensa alaatiini nama fit'ani.


Anini halkani daayya keesa nama farda daama iraa tau, ka jiddu mukha doti bale keesa eju, arge. Isa duddaduuba fardoole d'ibi — daama, daamicha, bororati jira.


Jennaani anini barch'uma guddinna adi guddafi nama ira taule arge. Lafafi gubbaleeni isa dura baqatte, fulla d'abde.


Jennaani anini gubba banamtefi farda adi arge. Nami isa yaabatu, maqaani isaa ka d'ugefataniifi d'uga; d'uga ch'allaani nama qore ammalle duula.


miila isaa sibiila guraacha, faana isaa sibiila guraachafi faaraani mid'aasani.


Gaafa toko ka reeni rimu jirtu, anini, oobjad'e korbeeyyi laleesa shaafa d'ad'alati goobdu arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite