Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 5:1 - KITAABA WAAQA

1 Anini ammalle olmillad'e, maro tana woraqata barisu arge.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 5:1
9 Referans Kwoze  

Malaikaani waan anini arge na gaafatte, jennaani anini waan jed'eeni, Woraqata barisu arge jed'eeni. D'eerinni isaa d'und'uma diddamaati, ballinnileeni kud'ani.


AABBO Waaqi waan naani jed'e, Waan woi irati t'aaftu guddo fud'ad'i, dubbi tana aka nami ch'ufti aka dansaa argu irati t'aafi: Waan hurrisani saamani boojiani.


Woraqata diqa banisa qabu toko harkaa qabdi. Miila isii mirgicha galaana gubba keyatte, bitaacha lafa goddu gubba keyatte,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite