Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 4:3 - KITAABA WAAQA

3 Ammalle ejersa lamati d'aatu isi mirgafi bita jira.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 4:3
7 Referans Kwoze  

D'ugaani lamaani suni mukha ejersa lamaaniifi ifse lamaani ta fuula Abba lafa dura ejaanjitu.


Jennaani isiini waan jette, Jari kuni lamaani worra Waaqi, abba lafa ch'ufaa, fohate muude aka worri huji isaa hojatu.)


Damele ejersa oobru keesa jiru ta gari ya ch'ach'absani, dame ejersa raasa keesa jiruti mat'ansani. Isani gochiti d'ibiini aka ejersa raasa jiru jirtani, amma jireenna lubbu dureesa ka Yahudi qoodattani.


Isani gochiti d'ibiini aka damele ejersa raasa keesa jiru, ta ch'ach'absani jirtani, ammo aada male isani ejersa oobru keesa jiruuni wolti mat'antani. Yahudiini aka mukha oobrani kana jirti; tanaafi guddo Waaqaa laaftu, aki inni damele mukha kana ta ch'ach'absani ka d'ibiti mat'ansu.


Ejersi waan jed'e, Yoyu hayyu keesaani tahe, anini d'ad'a mid'aani kiyya keesaa bahu, ka Waaqafi naamani ulfeesani deebie namaa inkennu.


Sansalati qarsi ch'ite, ifseeni worqileeni lafa d'oofte ch'ach'abdi; haadi bisaanini gurteesanileeni ch'ite, wodamooni buute ch'abdi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite