Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 14:13 - KITAABA WAAQA

13 Guyya gaafasi AABBO Waaqi nama ch'ufa mudamsiise, nami waan tahu wollaale nama wahela isa, ka isa d'aatu jiru, qabe balleesa.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 14:13
8 Referans Kwoze  

Gaafasi anini fardoole worraa ch'ufa mudamsiise, yaabattu isii ch'ufa mamaraacha. Anini gosa Yuda eege qorqorad'a, ammo fardoole nyaapa isaani ila duucha.


(AABBO Waaqi waan jed'e, Anini deebie nama lafa keesa jiruu innahu. Anumati nama ch'ufa harka nama worra fiduti kenna. Worri fidu sunini lafa balleesa, anileeni worra iraa ind'owu.)


Gogule gaargala lafa keesa jiru, ka aka heddu ch'ufa, isatini d'ufe mudamsiisa nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda. Ammalle nami ch'ufti wolti kae, goraadeeni wolballeesa.


Ato jari Gideoni magalata ufi d'au, AABBO Waaqi duula nyaapa kaani wolti kaase, worri had'e woli balleese. Duuba worri gara Zarethani Serera baqate Beth-Shitani bahe, haga dira Beth-Mehola, ka d'aatu Tabathi.


Worri Yudaleeni woraana suni seene Yerusalemu kalcha. Ammalle waan gochiti d'aatu jirtu ch'ufti qabdu, worqi taanaani, qarsi taanaani, woya muumme inqamnele taanaani, saamani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite