Zekaria 13:9 - KITAABA WAAQA9 Anini tokocha hafe kaani ibida keesa kaye qulqulleesa, akuma qarsi ibidaani qulqulleesani yokhaani dansuma worqi ibidaani ilaalani. Duuba worri na yaamate, anileeni worra jala owaad'e waan jed'uuni, Worri kunini gumi tiyya. Worrileeni waan jed'u, AABBOONI Waaqa keenna. Gade chapit la |