Zekaria 12:6 - KITAABA WAAQA6 Anini gaafasi balbala gosa Yuda ch'ufa, aka ibida badda keesa bobeesani yokhaani oobru mid'aani isii bilchaatte keesati bobeesani tolcha; worri gosa d'aatu worraa mirgafi bita jirtu imballeesa. Ammo worri Yerusalemu nagayumaani dira ufii keesa taa. Gade chapit la |
AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Sioni kaa, nyaapa keesani aka mid'aani d'aanani d'aana! Anini aka korma looni ka gaafa sibiila guraachatiifi qeench'a sibiila diima qabu isani tolcha. Isani gosa heddu d'aantani ch'ach'arasitani, ammalle hori worri kara dabatini argate iraa fuutani ana, abba lafa ch'ufaati baaftani.