Ammo amma tana nama isani hobaasu ch'ufa inhobaasani, nyaapa keesani ch'ufale imboojiani. Nama isani dabsu ch'ufa dabsani, nama isani saamu ch'ufa saamani.
Tunini dubbi AABBO Waaqi biyyati hime: Waaqi lafa Hadrakitiifi dira Damaski ya gaargala iti mure. Gosa Israeli ch'allaniti, ammo diri guddaani ka Sirialeeni kama AABBO Waaqaati.