Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 11:15 - KITAABA WAAQA

15 Jennaani AABBO Waaqi waan naani jed'e, Maro d'ibi ammalle tissitu woma keesa injirre ufi tolchi.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 11:15
10 Referans Kwoze  

Isani daalle, Waaquma ala mid'aaseti garaa keesale mid'aasaniti?


Isaani daalle ila inqamne! Worqi mo Mana Waaqaati ira jira, ka worqi qulqulleesu?


Lakisa, worri balla. Yo nami ballaani balla d'ibiini deemu, worri lachu boola keesa bua.


AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Raagooti daalloti tunini imbaddi! Worri qalbuma ufitini woi faga, ammo daayya womatu inargu.


Raagooti tanteleeni daayya ufi keesa waan d'ara male; waan d'uga maani siti himte? Barsiisani worraleeni si sobde, daba kanke akanaani diidati imbaamne; tanaafi atini waan ira deebiufi inqabu jetta.


Gaargala isaati, tissitu woma keesa injirre, ka hooliye tissu lafati lakise biraa deemu! Harka isaatiifi ila isaa mirgiti goraadeeni ha iraa kututi! Harki isaa ha rifate, ilti isaa mirgitileeni ha duuduti!


Gaargali AABBO Waaqi nama nama fidu, ka gumi isaa balleese gargari firfirsutini d'ufu, akami hama!


AABBO Waaqi na yaame waan nani jed'e,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite