Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Zekaria 10:12 - KITAABA WAAQA

12 Anini gumi tiyya injabeesa; worrileeni na kad'ate naa saalfata. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.

Gade chapit la Kopi




Zekaria 10:12
18 Referans Kwoze  

Tanaafi insodaatina, anini isani woliini jira! Anini Waaqa keesani wonti tokoleeni isani imudansisini! Anini isani jabeese isani qarqaare, irre isanii tahe harka kiyyaani isani baasa.


Anini worra Yuda jabeese, worra Israeli baasa; anini worraa nahe worra ch'ufa ufiti deebise, worrileeni aka nama anini taka indidini taha. Anini AABBO, Waaqa worraati, kad'acha worrale ind'agayaafi.


Ilmaani Yakoboo amma koota, ifsa AABBO Waaqi nuu kenne keesa yaana!


Atini duuba, ilma kiyya, maro eeba Kristo keesa jirtu qabduufi jabaad'u.


Gochiti ch'ufti Waaqa ufii kad'atte gula yaati, ammo nu gama keenna AABBO Waaqa keenna haga jiru jireenna kad'anne gula yaana.


Waan isani jettaniifi waan tolchitani ch'ufa keesa maqa Aabbo Yesotiini tolcha, ammalle maqa isaatiini Waaqa Abba galata deebisa.


Waan isani Kristo Yeso Aabbo keesani tolfattaniifi, isa keesa taa.


Anini irre waan ch'ufaani dabsad'u qaba, jabeenna Kristoni naa kenneeni.


Worri na baane, AABBO Waaqa ch'alla keesa d'ugaafi jabeenni jira jed'a. Nama isa jibbu ch'ufti yo isati d'ufu ch'eera argata.


Inni waan naani jed'e AABBO Waaqi, ka anini maro ch'ufa dubbi isaa ch'aqase, malaika ufii si woliini erge waan ch'ufa sii guuta, aka atini gurba kiyya intala miilo tiyya, ta fiit'a aabboo, kad'atuufi.


Dubbi buufata, Aabbo keesa jabaad'a, irre isaa guddooni.


Duuba balbalti gosa Yuda ch'ufti waan woliini jettu, AABBO Waaqi Guddaani nama isaa ka Yerusalemu keesa tau jabeesa.


Waaqaani wold'aqani woliini taani; jennaani akanumati lafaa d'abani, waan Waaqi isa fud'ateefi.


Dubbi buufata, oboleyaani, isani aka teetani Waaqa gammachiiftani nura ya barattani. Haguma duriiti isani akasuma teetani. Amma nu isani kad'anna, maqa Aabbo Yesotiini, aka isani hagasile ira jabaattani.


Isani jabeesine, isani qarqaare, jireenna Waaqa isani yaame finnafi jabeenna isaa isanii qoodu gammachiisu, keesa taa jenne.


Ammalle anini harka hayyu Misiri ch'abse, duuba inni aka hama madae, laalefate ooe, nyaapa isaa durati dua.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite