Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 7:8 - KITAABA WAAQA

8 Ee AABBO Waaqa anini amma maani? Jed'a, nyaapi kenna nu dabsate?

Gade chapit la Kopi




Yoshua 7:8
8 Referans Kwoze  

Anini doofi tiyya kore waan AABBO Waaqi, Biyyati himi naani jed'u, yokhaani aka inni quufa d'aba anini iti himad'e kaani qonqo isaa na deebisu iraa eegad'a.


Amma, Ee Waaqa, waan tahe kana maani dubbanna? Nu seera kanke,


Jennaani Yoshuani waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, atini maafi Yordani nu taakisiifte armaani nu d'ufta? Atini harka gosa Amoriti nu kennu feeta? Atini nu balleesu feeta? Ato sila galaana Yordani gama suniti hamne ira nuu injirtu?


Gochiti kanaanitiifi nami lafa tana keesa jiru ch'ufti waan kana d'agaye, amma tana nu marse nu ch'ufa fit'a! Atini duuba maani tolchita aka gurra kanke badi d'owartu?


Worri duula ka fiige gale jennaani, jaaroleeni Israeli waan woliini jette, AABBO Waaqi maanifi aka worri Filisti nu dabsatu nuti lakisa? Nu yaasa, Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa Shilo fuuna, aka isa achi geesine, duuba AABBO Waaqi harka nyaapa keenna keesaa nu baasu.


Atini nyaapa keenna dura nu baqachifte, worri waan keenna boojie itiini d'aabate.


Atini woraana isaa ch'ufa qara d'owarte, akasiini had'iisa keesati isa dabsatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite