Yoshua 7:13 - KITAABA WAAQA13 Kai, biyya qulqulleesi, waan jettuuni, Bori kurfaa ufi qulqulleesa, anini AABBO Waaqi Israeli, waan kana isaniini jed'a, Worra Israeli, isani waan gari ka anini balleesa isaniini jed'e, ya guuratani. Haga waan kana balleesitaniti isani dandeetani nyaapa keesani dura inejitani. Gade chapit la |