Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 6:23 - KITAABA WAAQA

23 Duuba worri yae, Rahabufi abbaafi haad'afi oboleyaani isiitiifi fiit'a isii ch'ufaani d'ufe. Worri nama isii ch'ufafi tissele worrale ch'ufa fuud'e d'aatu olla Israeliti qubsise.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 6:23
15 Referans Kwoze  

D'ugefachati Nuhu gorsa Waaqa ka ilaani ingarre, ka hegeri taha, d'ugefachiise. inni dubbi Waaqa ch'aqase, hobolo ta keesati isaafi worri isaa bahe ijaare. Kara kanaani inni wollaala lafati mure, d'uga d'ugefachaani d'uftu argate.


Gaafasi isani Kristo iraa fago jirtani. Isani nyaapa, gumi Waaqa ta fohatani keesa injirtani. Wold'aqisa Waaqi gumi isati khakhate keesaa inqabdani. Lafa tana keesa abdifi Waaqa male teetani!


Anini nama ala wollaala iti muru himmalle. Waaqati worra qora. Ammo isani nama gumi teesani wollaala iti muru himmalle? Akuma t'aafiini jettu, Nama akana hama kana gumi teesani keesa baasa.


waan naani jette, Paulo, insodaatini, atini Kaisari dura ejachu malte; ammalle ilaali, Waaqi nama si woliini yau kana ch'ufa ya sii kenne.


Inni waan worraani jed'e, Isani imbeetani, aada keesa Yahudiini nama gosa d'ibi wahela tolfatte woliini inteetu. Ammo Waaqi la na garsiise, aka anini nama tokole tuffad'e yokhaani, Inni qulqulloniti injenneeni.


Isani nami nama ijeese yokhaani reefa qabate, haga bulti torba worra keesa alati gala. Guyya sadeesotifi ka torbeesole nama isani boojitanifi ufile qulqulleesa.


Yo nami shantama ka ch'ubbu inqamne dira kana keesa jiraate, atini worra shantama suni jette dira suni innaatuufi? Ch'ufa imballeesita?


Anini ilmaani guddo sii kenna, ta gosa guddo taatu. Anini si eebise maqa dansa sii kenna, aka maqa kanketiini namaa eebisani.


Waan taatu, hojja nu lafa teesani haanu, haada diima kana deresha nuuni ga buufte kanati hid'i. Abbeeti, hateeti, oboleyaani teeti, worra abba keeti ch'ufa mana kanati wolti guuri.


Aka aabboofi aayyoofi oboleyaani tiyyafi fiit'a teenna ch'ufa lubbu baaftani nati kakhad'a, duu nu d'owa.


Gaafa Waaqi lafa Sodomafi Gomora balleese suni, inni Abrahamu qaabate Lutule nagayaani achi keesaa baase.


D'ugefachati niiti sharmut'a, ta Rahabu jed'ani, worra Waaqa d'agayu dide woliini, duu d'owe, waan isiini jara dooya yau bulchiteefi.


Waan jetteeni, lafa gaareeni d'aqa aka worri reebu teesani yau suni isani ingarre. Haga guyya sadii d'okhad'a, haga reebuni sunini galtuti. Duuba eegi suni kara keesani iti d'aabatani.


Jennaani inni worra garsiise, duuba worri Efraimutifi ka Manase nama dira suni keesa jiru ch'ufa fit'e, namicha sunifi worra isaa male.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite