Yoshua 5:7 - KITAABA WAAQA7 Ilmaani d'iira ta worra suni taka qabanqaba inqabanne, tanaafi Yoshuani worra kana qabanqaba qabeefi. Gade chapit la |
Wonti akanatiifi worri Israeli ganna afurtama lafa aloo keesa godaane, duuba nami ch'ufti, yokhaani nami lola guutu ch'ufti, ka lafa Misiri keesa bahe, waan qonqo AABBO Waaqa inch'aqasinifi raawate. Akuma Waaqi jed'e worri suni lafa aananifi dammi aka lolaa yau ta Waaqi ababoota worraati kakhate inagarre.