Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 5:5 - KITAABA WAAQA

5 Ato nama lafa Misiriti bahe qabanqaba qabanifile nama lafa aloo eegi lafa Misiri keesaa bahani karaati d'alate taka qabanqaba inqabneefi.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 5:5
9 Referans Kwoze  

Qabanqaba woma keesa injirtu. Wonti fed'ani uumama haraa.


Wonti akanatiifi yo nu Kristo Yeso keesa jiraanne, qabanqaba qabachafi qabachu baannaanile haga tokotu; wonti jabduuni d'ugefacha ta jaalalaani hojattu.


Qabanqaba qabachafi qubacha d'abi woma keesa injiru, ammo seera Waaqa guutu malani.


Yo gochiti d'ibiini ta taka qabanqaba inqabatini Seera Waaqa guute, Waaqi aka nama qabanqaba qabate worra inheregu?


T'aafiini waan jettu, yo sila jecha, anini nasu male sorio hori infed'u jed'u beetani, isani nama wollaala inqamne wollaala itimurtani.


Wonti Yoshuani worra qabanqaba qabeefi tana: Nami d'iira ka lola guutu, ka lafa Misiri keesa bahe yayu karaati lafa aloo keesati hobae.


Wonti akanatiifi worri Israeli ganna afurtama lafa aloo keesa godaane, duuba nami ch'ufti, yokhaani nami lola guutu ch'ufti, ka lafa Misiri keesa bahe, waan qonqo AABBO Waaqa inch'aqasinifi raawate. Akuma Waaqi jed'e worri suni lafa aananifi dammi aka lolaa yau ta Waaqi ababoota worraati kakhate inagarre.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite