Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 5:2 - KITAABA WAAQA

2 Gaafasi AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, D'akha guraacha jajaba haadu mid'aasi worra Israeli ka qabanqaba inqabatini qabiifi.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 5:2
8 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi keesani garaa keesanifi ka ilmaani teesani laafise, ufii isani saalfachiisa aka isani garaa keesani ch'ufaani isa jaalattani, lafa suni keesati bultani.


Tanaafi deebitani mata injabaatiina armaa achi AABBO Waaqa d'agaya.


Jennaani Ziporaani d'akha qara qabu fuute much'a isii qolofa iraa kute miila Musatiini tut'e waan jette, D'uguma, atini naa d'iirsa d'iigaati.


Isa keesa qabanqaba isani qabani, qabanqaba nami tolchuuniti ammo qabanqaba Kristoti, ta jabeenna nafa dabdicha kana jala nama baasu.


Inni eegi suni qabanqaba qabate, qabanqabaani tunini beesisa Waaqi isaa kenne, ka maro d'ugefacha isaatiifi d'uga isaa heregani agarsiifti, ato inni qabanqaba inqabatini. Tanaafi Abrahamuuni Abba worra Waaqa d'ugefate ka Waaqi d'ugaa heregeefi ch'ufa, ato qabanqaba qabachu d'ibaatele.


ammo Yahudiini d'ugaa nama garaani isaa d'ugumaani Yahudi tahu, ka garaani isaa qabanqaba qabate, wonti kunini huji Lubbu Waaqati, huji Seera t'aafaniitiniti. Nami akana kunini Waaqa iraa ulfinna argata nama iraa inargatu.


Duuba Yoshuani akuma AABBO Waaqi jed'eeni tolche worra Israeli qabanqaba qabeefi fulla gaara qabanqaba jed'aniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite