17 Tanaafi Yoshuani qaaloleeni, galaana Yordani keesaa baha jed'e.
Eegi lichooni guddo worra d'aanani, mana hid'aansa keesa worra buusani, gudda mana hid'aansatiini, Aka dansa worra kana qorqorad'a jed'ani.
Jennaani Nebukadrezani fulla ibida kaani d'ufe, worra kaani yaame waan jed'e Shadraka, Mesheki, Abednego. Hojattu Waaqa gudda, gabaha! Jennaani worri hojuma suni ibida suni keesaa yae.
qaalole Sanduqa Wold'aqisa baatuni galaana keesaa baha jed'i.
Duuba akuma qaaloleeni Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa baatu galaana Yordani keesaa baate miili worraa lafa goddu ira ejatteeni, bisaani Yordani, akuma qara kaani, fulla ufi ta duriti deebiani fach'aani.