Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 3:11 - KITAABA WAAQA

11 Sanduqi Wold'aqisa AABBO Waaqa lafa ch'ufaa isani dura galaana Yordani taaka.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 3:11
15 Referans Kwoze  

Isiini waan naani jette, Kunini qilleensa afuri, ka ammumatana abba lafa ch'ufa iraa d'ufe.


Jennaani isiini waan jette, Jari kuni lamaani worra Waaqi, abba lafa ch'ufaa, fohate muude aka worri huji isaa hojatu.)


Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.


AABBO Waaqi waan jed'u, Worra Sioni kaa, nyaapa keesani aka mid'aani d'aanani d'aana! Anini aka korma looni ka gaafa sibiila guraachatiifi qeench'a sibiila diima qabu isani tolcha. Isani gosa heddu d'aantani ch'ach'arasitani, ammalle hori worri kara dabatini argate iraa fuutani ana, abba lafa ch'ufaati baaftani.


Hojja qaaloleeni ta Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa lafa ch'ufa, baatu, miila bisaani galaana Yordani keesa d'aabatu, galaani sunini yau lakise ammalle bisaani gubbaa gabuani fulla tokoti wolti deebiani.


Duuba AABBO Waaqi hayyu lafa ch'ufaa tahe, nami ch'ufti aka Waaqa isa guddise maqa isaa ka AABBOTIINI isa beekha.


AABBO Waaqi worra sodaachiise, waaqoota worrale waan woma keesa injirre tolcha. Duuba gochiti ch'ufti lafa ufi keesati isa durati gajette kad'ati.


Eenuti si guddisu dida, ee hayyu gosa ch'ufa? Guddinni waan sii male. Nami aka keeti tokoleeni lafa keesa injiru, nama qaqaro lafa ch'ufaatifi hayyootale keesa.


AABBO Waaqi guddaani ka si uume d'iirsa si tahe, Waaqi qulqullooni Israeli, ka lafa ch'ufa fidu, si baasa.


Ijoolleeni gumi tiyya dabsite, nad'eeni worra mohatti. Gumi tiyya, jari isani dura deemu ya kara iraa isani gorse, duuba isani gara yaatani wollaaltani.


Eenuti dandae isa had'e duraa baha? Nami dandae akasi tolchu tokoleeni injiru.


Ammo amma tana beekha, nami isani dura deeme aka ibida woi gubu AABBO Waaqa keesani. Inni isani dura deeme, worra dabsate balleesa, duuba isani worra gussitani, akuma inni kakhate, yoosu balleesitani.


Gaareeni aka haanch'a AABBO Waaqa abba lafa ch'ufa durati bat'i.


Irreefi humnaafi, guddinnaafi mid'aagumafi jabeenni keetuma. Wonti gubbafi lafa keesa jiraleeni ch'ufti keetuma, atini hayyu hayyu ch'ufa mohatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite