Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 24:28 - KITAABA WAAQA

28 Jennaani Yoshuani biyyaani gala jed'e, nami ch'ufti lafa ufiti gale.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 24:28
7 Referans Kwoze  

Yoshuani worra Israeli abbu kara ufi gad'iise, duuba nami ch'ufti yae qooda lafa ufi fud'achu d'aqe.


waan biyya ch'ufaani jed'e, D'akhaani kunini d'uga nuu taha. Inni dubbi AABBO Waaqi nuni jed'e ch'ufa ya d'agaye. Tanaafi inni d'uga isani taha aka isani AABBO Waaqa keesani iti gargaltani imormanne.


Eegi suni hojattuuni AABBO Waaqa Yoshuani, ilmi Nuni, ganna d'ibbafi kud'aniti due.


D'aala worra Israeli gosa toko iraa fuud'ani, gosa d'ibiti inkennani.


akanaani d'aalti sunini gosa toko iraa baate gosa d'ibiti indabartu. Duuba akasiini gochiti Israeli ch'ufti d'aala ufi jabeesiti.


Yoshuani eebaafi dubbi taanaani worra galche waan jed'eeni, waan horattani kanani worra keesaniti gala: loonifi qarsiifi worqifi sibiila diimafi guraachafi woya heddu argattani. Waan nyaapa keesani iraa boojitani oboleyaani teesaniini gaha. Inni jecha kana buufannaani worri kae gale. Musani yayu gosa Manase ta gariti lafa Yordani ilaboru kenne, ammo gosa Manase taani d'ibi Yoshuani yayu lafa galaana Yordaniti ila adu gosa d'ibi woliini kenneefi.


Worra Israeli kaani ch'ufafi qaaloleefi worri Lawi ka hafe dira Yuda keesa mana ufiti gale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite