Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 24:23 - KITAABA WAAQA

23 Inni waan jed'eeni, Yoosi Waaqoota gosa d'ibi ka isani qabdani kaani d'id'imati d'aa garaa tokooni AABBO Waaqa Israeliti ufi kenna.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 24:23
16 Referans Kwoze  

Duuba Yoshuani ammalle waan jed'eeni, AABBO Waaqa sodaad'a d'ugaafi garaa tokooni isa hojad'a. Waaqoota d'ara ka ababooti teesani duri galaana Frati gammafi lafa Misiri keesati kad'atte d'id'imati d'aa, AABBO Waaqa ch'alla hojad'a.


Dubbi qarooma ch'aqasi, aka dansa hubad'i.


Waan hamtu tolchu na d'owi, worra ch'ubbule iraa na fageesi. Haga anini jiru jila worrale keesaa sagale soorachu na d'owi.


D'araa anini woini horad'uniti, ta anini seera keetiini guutu naa kenni.


Isani waaqoota d'ibi ka qarsi yokhaani worqiini mid'aasani anani wolti qabdani inkad'atiina.


Worri Israeli amma tana waaqoota d'ara maani iraa qaba? Anini kad'acha worraa d'agayeefi worra qorqorad'e, aka mukha doti worra gaadiseesa. Hormaati worraa ch'ufti naraa d'ufa.


Inni saala nu kenne, aka nu hojja ch'ufa waan inni fed'u taane aadaafi seera isaa ka inni ababoota teennaa kenne guunnu nu tolchinna.


AABBO Waaqi keenna nu woliini jiraatinna, akuma inni duri ababoota teenna woliini jiraate: Inni haguma jiru nu lakise nu bira indeemini:


Anini AABBO Waaqa keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase. Afaani keesani na dura qabad'a, anini isani quubsa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite