4 Ammalle lafa gosa d'ibi ta hafteefi lafa gosa anini qara dabsad'e, ta haga galaana Yordani ka ilaboru, haga Baariini Gudda ka ila aduu anini yayu gosa teesanii kenne aka worri d'aalu.
Duuba Yoshuani AABBO Waaqa durati hit'a worraa buuse, gosa Israeli ta qara lafa inargatini lafa qoodeefi.
lafti hafte tana: Lafa Filistitifi lafa Geshori
Anini diquma diqumaani isani dura worra baasa, haga isani hortani lafa suni fud'attaniti.
Hojja AABBO Waaqi keesani gosa isani lafa iraa fud'attani, isaani duraa balleese isanileeni lafa ira fud'attani keesa teetani,
anini deebie gosa duri, gaafa Yoshuani jiru, lafa suni keesa jirtu keesaa gusse imballeesu.
Inni nama qara lafa suni keesa tau gumi ufi duraa gusse, lafa isaani gosa Israeliti gargari qoode, maneeni worraale gumi isaati kenne.
waan jed'eeni, Anini lafa Kanaani sii kenna, isiini hand'ura kanke taati.
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gosa gari haguma geetunu ya fit'e; anini dira worraa ya balleese naabofi doofi worrale ona tolche. Diri ya one; karaani duwa — nami tokoleeni ka hafe injiru.